John 1:47 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus yennaa Naataanaa'el gara isaa dhufuun dhagge, “Kunoo, nami dhugumaan Israa'elichi, ka dharti tokkolle isa keessa hin jirre!” jedhee marroo isaa dubbate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni Nathanieli gara isaa d'ufu arginaani, waan isaa dubbate waan jed'e, Me ilaala, nama Israeli ka d'ugaafi, d'arti tokoleeni isa keesa injirre.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus adoo Naataanaa'el gara isaa dhufuu jiruu argee, “Me laalaa nama israa'eli ka dhugaa, ka dhartii tokkolleen isa keessaa hinjire” jedhee waan isaa dubbate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Naatinaa'elillee, «Naazireetiin keessaa wonti mishaan bayuu danda'aa?» jedhee gaafate. Filiphoosillee, «Koottuu laali» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Naatinaa'elillee, «Naazireetiin keessaa wonti mishaan bawuu danda'aa?» jedhee gaafate. Filiphoosillee, «Koottuu laali» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naatinaa'el gara isaa yeroo dhufu argee Yesus, «Kunoo! Daba ka hin qabnne nama Israa'eelii ka dhuga'aa!» jechu'uun, waayee isaa ni dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus yennaa Naataanaa'el gara isaa dhufuun dhagge, «Kunoo, nami dhugumaan Israa'elichi, ka dharti tokkolle isa keessa hin jirre!» jedhee marroo isaa dubbate.