John 1:48 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Naataanaa'el, “Eessatti na beetta?” jedhee gaafate. Yesuus, “Filiphoos adoo si hin waaminuu, muka harru'uu jala jirtuunuu si dhagge” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nathanielini waan inni jed'eeni, Akamiini na beeta? Yesoni waan jed'eeni, Ato Filiponi si iyaamini sii oda jala teetu si arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Naataanaa'eli, “Akamiin na beetta? jedhee Yesus gaafate. Yesus deebiseefii, adoo Filiphos si hinyaamiin sii odaa jala teettu si arge” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus hennaa Naatinaa'eel gara isaa dhufu argee, «Ila nama Israa'elii ka dhuga'aa; ka sobni keessa hin jirre» jedhee waan isaa dubbate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus Naatinaa'eel gara isaa hennaa dhufu argee, «Ila nama Isiraa'elii ka dhuga'aa; ka sobni keessa hin jirre» jedhee waan isaa dubbate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naatinaa'el'llee, «Eessatti ana beekitta?» jedheen. Yesus'llee, «Filiphos uduu si hin waamniin duranatti, muka harbbu'uu jala uduu jirttu si argee jira» jechu'uun, ni deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Naataanaa'el, «Eessatti na beetta?» jedhee gaafate. Yesuus, «Filiphoos adoo si hin waaminuu, muka harru'uu jala jirtuunuu si dhagge» jedheen.