John 1:49 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Naataanaa'el, “Barsiisa'a, ati Ilma Waaqaa ti! Ati mootii Israa'elii ti!” jedhee deebise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nathanielini waan jed'e, Rabbi, atini Ilma Waaqa, atini Hayyu Israeli!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Naataanaa'eli, “Barsiisaa atin Ilma Waaqaa atin hayyuu Israa'el!” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Naatinaa'el, «Eessatti na beetta?» jedheen. Yesuusillee deebisee, «Uduu Filiphoos si hin waamne; uduu ati muka hurbu'uu jala jirtu si arge» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Naatinaa'elillee, «Eessatti na beetta?» jedheen. Yesuusillee deebisee, «Uduu Filiphoos si hin waamne, uduu ati muka hurbu'uu jala jirtu si arge» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Naatinaa'el, «Yaa Barsiisaa! Ati Ilma Waaqaati! Ati nugusa worra Israa'eeliiti!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Naataanaa'el, «Barsiisa'a, ati Ilma Waaqaa ti! Ati mootii Israa'elii ti!» jedhee deebise.