John 1:51 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus itti dabalee, “Dhugaa isinitti hima: Ol-gubbaan banantee, ergantooti Waaqaa Ilma Namaa irra ol bayaa gad buutuun hin dhaggitan” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani waan jed'eeni, D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Armaa achi gubba banamte, malaika Waaqa ta oli gadi yaate Ilma Nama ira buutu agartani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan itti ida'ee, “Anin dhuguma dhugaatiin, isanitti himaa, armaa achi gubbaa banamtee, ergamtootii Waaqaa olii gadi yaatee ilma Namaa irra buutu agartani” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee deebisee, «Hennaa ati muka Hurbu'uu jala jirtu si arge waan siin jedheef amantee? waan kana caalu argita jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee deebisee, «Hennaa ati muka Hurbu'uu jala jirtu si arge waan siin jedheef amantee? waan kana caalu argita jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhugamaan isiniin ni jedha, samiin yoo banamttu, maleyikkoonni Waaqaa'llee Ilma Namaa irraan, yoo ol bayanii fi bu'an ni argitan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus itti dabalee, «Dhugaa isinitti hima: Ol-gubbaan banantee, ergantooti Waaqaa Ilma Namaa irra ol bayaa gad buutuun hin dhaggitan» jedheen.