John 1:52 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha hennaa samiin banamtee, Maleekkonni Rabbiillee Ilma Namaa irra ol baya'aa gad bu'an hin argitan» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, hennaa samiin banamtee, Maleekkonni Rabbiillee Ilma Namaa irra ol baya'aa gad bu'an hin argitan» jedheen.