John 1:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami Waaqa biraa ergame, ka Yohaannis jedhamu tokko jiraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi nama toko ka Yohana jed'ani erge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii nama tokko ka Yoh. aannis jedhan ergee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama maqaan isaa Yohaannis jedhamu ka Rabbi erge tokkotu ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nama maqaan isaa Yohaannis jedhamu ka Rabbi erge tokkotu ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqaan biraa ka ergame Yohaannis ka jedhamu nama tokko ni ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami Waaqa biraa ergame, ka Yohaannis jedhamu tokko jiraayyu.