John 1:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ifi gara biyya lafaa dhufee nama maraaf issu sun ifa dhuga'aa ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ifsaani d'uga, ka nama ch'ufaa ifsu, lafati d'ufu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ibseen dhugaa, ta nama cufaa ibsituu, lafaatti dhufu jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ifni dhuga'aa ka nama maraafuu ifu gara adunyaa tanaa dhufa'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ifni dhuga'aa ka nama maraafuu ifu gara adunyaa tanaa dhufa'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nama maraaf ka ibisu ifin dhuga'aa gara biyya lafaa dhufa'aa jira ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ifi gara biyya lafaa dhufee nama maraaf issu sun ifa dhuga'aa ti.