John 10:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Ani dhugaa isinitti hima, nami gara gooree hoolotaa balbalaan adoo hin te'in, karaa dhibi'iin yaabee seenu, hattu'uu fi saamtu'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Nami moona hooliye karraani inseenne, ammo d'aatuuni koru, hattufi algala.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin dhuguma dhugaatiin, isanitti himaa, “Namii moonaa hooliyyee karraan hinseennee, ammoo dhaattuun koruu, hattuu fi saamtuu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee Yesuus akkana jedhe, «Dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha; ka gooruu hoolotaa balbalaan hin seenne, ka karra biraatiin seenu ammo inni hattu'uu fi saamtu'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, ka gooruu hoolotaa balbalaan hin seenne, ka karra biraatiin bayu ammoo inni hattu'uu fi saamtu'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aanssee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Dhugaa isiniin jedha, gara karra gooruu hoolotaa uduu hin ta'in gara bira'aatiin naminni aseenu, hattu'uu fi shiftta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Ani dhugaa isinitti hima, nami gara gooree hoolotaa balbalaan adoo hin te'in, karaa dhibi'iin yaabee seenu, hattu'uu fi saamtu'u.