John 10:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi qaxaramee tissu, waan qaxaramee tissuuf, hoolotaafille waan hin rakkaneef lakkisee dheeta.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan hujii qoraniifi baqata, maro hooliye injaalanneefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii waan bitamee hojjatuuf, marroo hooliyyeetiif hindhibamu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Qaxaramaa waan ta'eef hoolonnillee waan garaa isa hin nyaanneef ka qaxarame sun hin dheessa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni Qaxaramaa waan ta'eef, hoolonnillee waan garaa isa hin nyaanneef, ka qaxarame sun hin dheessa,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tissichi'llee ka dheessu mindeeffamaa waan ta'ee fi hoolotaaf'llee waan hin yaadineef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi qaxaramee tissu, waan qaxaramee tissuuf, hoolotaafille waan hin rakkaneef lakkisee dheeta.