John 10:15 — Compare Translations
4 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
akuma Abbaani na beekhe, anileeni Abba beekhu. Anini jireenna kiyya maro hooliyetiifi baasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma Abbaan na beekee, anilleen Abbaa beeku; naaf hooliyyeen tiyyaalleen walbeenna; anin lubbuu tiyya marroo hooliyyeetiif baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hoolonni tiyyallee na beekan. Lubbuu tiyyallee hoolota tiyyaaf dabarsee kenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani isaan ka beeku Waaqinni Abbaan akka ana beekuu fi akkuma bifa ani'llee Waaqa Abbaa beekuunitti, ani waayee hoolota kiyyaatiif lubbuu kiyya dabarssee ni kenna.