John 10:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan keessaa nami hedduun, “Inni durriisa ifi keessaa qaba! Inni maraata'a! Isin maaf isa dhageettan?” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra keesa nami hedduuni, Inni jinni qaba ammalle ya maraate; maafi isa ch'aqaftani? jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra keessaa namii hedduun, “Innii jinnii qabaa ammallee ya maraate! Maaf isa caqaftani?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaallee namoonni hedduu, «Inni jinnii uf keessaa qaba! maraateera! Isin maaf isa caqaftan?» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan keessaallee namoonni hedduu, «Inni jinnii uf keessaa qaba! maraateera! Isin maaf isa caqaftan?» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan keessaa'llee baayieewwan, «Inni sheexana ni qaba, maraatee jira, waayee maali'iitiif isa dhageeffattaniin? jedhan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa nami hedduun, «Inni durriisa ifi keessaa qaba! Inni maraata'a! Isin maaf isa dhageettan?» jedhane.