John 10:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri dhibiin ammoo, “Tun dubbii nama durriisa ifi keeessaa qabuutii moti! Durriis ballaa ila banuu dande'aa?” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami gari waan jed'e, Dubbini tuni ta nama jinni qabutiiniti. Jinniini dandeete nama balla ilaa banti?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii garii ammoo, “dubbiin tun ta nama jinnii qabuutiiniti. Jinniiin dandeetee nama ballaa ila bantii?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kuuwwan ammo, «Kun dubbii nama jinnii qabuutii miti! Jinniin ija worra ijaan hin arginee banuu danda'aa?» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kuuwwan ammoo, «Kun dubbii nama jinnii qabuu tii miti! Jinniin ija ballootaa banuu danda'aa?» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Kuunniin ammoo, haasofnni kun afaan nama sheexana qabuu keessaa ka bayuu miti, sheexanni ija jaamotaa fayyisu'uuf, ni dandda'aa ree?» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri dhibiin ammoo, «Tun dubbii nama durriisa ifi keessaa qabuutii moti! Durriisi ballaa ila banuu dande'aa?» jedhane.