John 10:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus dalleya Galma Waaqaa keessatti sissaabii Solomoon jala deddeebi'u keessa ideemiisatti jiruun,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni Mana Waaqa keesa fulla ch'icha Solomoni deemu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus mana Waaqaa keessa fulaa cichaa Solomoon deemuu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee mana woyyuu balbala Solomoonii afoo deddeebi'a'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee mana woyyuu balbala Salamoonii afoo deddeebi'a'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus Mana Waaqeffanna'aa titti xurree keessa dedeebi'iinssa Solomooniitiin ni dedeebi'a ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus dalleya Galma Waaqaa keessatti sissaabii Solomoon jala deddeebi'u keessa ideemiisatti jiruun,