John 10:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudooti isa marsitee, “Ati haga yoomii gadhaa keenna rarraacha? Ifatti baasii nutti him: Ati Masiihii?” jedhanee gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yahudiini isa marsite waan jetteeni, Atini guyya hagami nuti tantameesita? Yo atini Kristo taate, diideesi nuti himi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yihudiin isa marsitee, “Atin guyyaa hagam nutti tantammeessita? Atin yo Kiristoo taatee, diideesii nutti himi!” jetteen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudonni isa marsanii, «Haga yoomii mamii keessa nu tursiifta? Ati yoo Kiristoosiin taate ifa godhii nutti himi» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yihuudonni isa marsanii, «Haga yoomii mamii keessa nu tursiifta? Ati yoo Kiristoosiin taate ifa godhii nutti himi» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Yihudonni naannaya isaa titti wolgayanii, «Haga yoomii titti shakki'iin nu tursiiftta? Ati Masihii yoo taate ifaan nutti himi» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti isa marsitee, «Ati haga yoomii gadhaa keenna rarraacha? Ifatti baasii nutti himi: Ati Masiihii?» jedhanee gaafatane.