John 10:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani jiruu bara baraa isaaniif kenna, isaanille ijjumaa hin badanu, eennuulle harka kiyya keessaa isaan butuu hin dande'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini jireenna hegeri kennaafi, isiini haga jirtu indootu; nami tokoleeni harka kiyya keesaa imfud'atu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin jireenna barabaraa kennaaf, isiin haga jirtu hindootu; namii tokkolleen harka kiyya keessaa hinfudhatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee jireenna bara baraa isaanii kenna, baraa haga bara baraallee hin badan, eennullee harka kiyya keessaa isaan hin baasu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Anillee jireenna bara baraa isaanii kenna, baraa haga bara baraallee hin badan, harka kiyya keessaa eennullee isaan hin baasu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani jireenna bara baraa isaaniif ni kenna, kanaaf gonkumaa hin badan, harka kiyyaa eennu'llee butee isaan hin fudhatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani jiruu bara baraa isaaniif kenna, isaanille ijjumaa hin badanu, eennuulle harka kiyya keessaa isaan butuu hin dande'u.