John 10:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Abbaan kiyya, ka isaan anaaf kenne waan mara caala, eennulle dande'ee harka Abba'aatii isaan hin butu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani kiyya ka isi naa kenne ch'ufa ira jira. Nami tokoleeni harka Abba dandae keesaa imfud'atu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abbaan kiyya ka isii naa kenne cufa irra jira. Namii tokkolleen danda'ee harka Abbaa keessaa isaan hinfudhatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan kiyya ka naa kenne maraa caala; eennullee harka Abbaa kiyyaatii isaan baasuu hin danda'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abbaan kiyya ka naa kenne maraa caala, harka Abbaa kiyyaatii eennullee isaan baasuu hin danda'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka isaan anaaf kenne Abbaan kiyya, maraa ni caala. Harka Abbaa kiyyaatii isaan butee fudhachuu ka danda'u, eennu'llee hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan kiyya, ka isaan naaf kenne waan mara caala, eennulle dande'ee harka Abba'aatii isaan hin butu.