John 10:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ka balbala eegu balbala isaaf hin bana. Hoolotille qoonqoo isaa hin dhage'an. Inni hoolota ifii maqa'aan waamaa, dura deemaa gad baasa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami karra eegu isa duraa bana; hooliyeeni qonqo isaa d'ageeti, inni hooliye ufi maqa isitiini yaamate bobbaasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii karra eegu isa duraa bana; hooliyyeen qoonqoo isaa dhageetti, innii hooliyyee ufii maqaa isiitiin yaamateetti bobbaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hoolonnillee laagaa isaa hin dhagayan; innillee hoolota ufii maqaa isaaniitiin waamee isaan fudhata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hoolonnillee laagaa isaa hin dhagayan, innillee hoolota ufii maqaa isaaniitiin waamee, isaan fudhata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
balbala eegaan isaaniif balbala ni bana, hoolonni isaa'llee qooniqqa isaa ni dhagayan, inni'llee hoolota isaa akka maqaa isaaniitiin isaan ni waama, isaan eemara'aa'llee gara alaa titti, isaan ni baasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka balbala eegu balbala isaaf hin bana. Hoolotille qoonqoo isaa hin dhage'an. Inni hoolota ifii maqa'aan waamaa, dura deemaa gad baasa.