John 10:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yihudooti dhaka'aan isa tumiisaaf ammalle dhakaa fudhatte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yahudiini ammalle d'akhaye guuratte isa had'u feete.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yihudiin ammallee dhakaachaa guurrattee isa hadhu feete.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Yihuudonni isa tumu'uuf dhagaa itti fudhatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa Yihuudonnillee isa tumu'uuf dhagaa itti fudhatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Yihudonni Yesusiin woqaru'uuf, lammaffaa dhagaa ni guuratan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yihudooti dhaka'aan isa tumiisaaf ammalle dhakaa fudhatte.