John 10:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudooti deebisanee, “Wonni nuuti dhaka'aan si tumiisaaf barbaannuuf, waan ati Waaqa faanshessiteef malee, hujii dansaa keessaa takkaalle'eefii moti, ati adoo namuma teeteertuu Waaqa ifi goota” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yahudiini waan jetteeni, Maro huji dansaatiifi si inhaanu, ammo maro atini Waaqa arabsiteefi si haana! Ammalle waan atini, ato namaatu, aka Waaqa ufi tolchiteefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yihudiin, “Mar. roo hujjii dansaatiif si hinhaanuu, ammoo marroo atin Waaqaa arabsiteef si haana! Ammallee waan atin, adoo namaatuu, akka Waaqaa ufii tolchiteef” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudonnillee, «Hujii misha'aaf si hin dhoofnu waan arraba keetiitiif; ati nama taatee waan Rabbiin uf gooteef» jedhanii deebisaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yihuudonnillee, «Hujii misha'aaf si hin dhoofnu waan arraba keetiitiif, ati nama taatee waan Rabbiin uf gooteef» jedhanii deebisaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Nu ka si woqaruuf waayee Waaqa irratti dubbii arrabaa dubbachuu keetiitiif malee, waayee hujii kee misha'aatiifii miti, kun'llee ati nama taatee uduu jirttu, mataa kee Waaqa waan taasfitteef» jechu'uun, ni deebisaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti deebisanee, «Wonni nuuti dhaka'aan si tumiisaaf barbaannuuf, waan ati Waaqa faanshessiteef malee, hujii dansaa keessaa takkaalle'eefii moti, ati adoo namuma teeteertuu Waaqa ifi goota» jedhaneen.