John 10:34 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Seera keessan keessatti Waaqi isiniin ‘Isin waaqota’ ka jedhe barreeffanteertii motii?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, Seera keesani keesati waan t'aafani Waaqi waan jed'e, Isaniini ch'uftinu Waaqoota.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus warraan, “Seera keessan keessatti ‘Anin isan waaqaa’ la isaniin jedhe waan jedhaa hinbarreessinee?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus akkana jedhee isaanii deebise, ‹Isin waaqolee tolfama'a› ka jedhe «Seera keessanitti akkuma barreeffamee mitii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee akkana jedhee isaanii deebise, ‹Isin waaqolee tolfama'a› ka jedhe «Seera keessanitti akkuma barreeffamee mitii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Seera keessaniin ammoo, ‹isin waaqota harkaan hojjatamittan ni jedhe› ka jedhu, barreeffamee jiraa mitii ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Seera keessan keessatti Waaqi isiniin ‹Isin waaqota› ka jedhe barreeffanteertii motii?