John 10:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra jechi Waaqaa isaaniif dhufeen, ‘Isin waaqota’ yoo jedhe, Barreeffam Woyyichi ka hin diiganne yoo te'e,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu imbeenna aka dubbini t'aafiini jettu ch'ufti hojja ch'ufa d'uga ammalle Waaqi worra inni d'aamsa ufii iti ergeeni Waaqoota jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu akka dubbiin barreessiin jettu cuftii yo cufaa dhugaa, ammallee akka Waaqii warra dhaamsa ufii itti ergeen waaqaa jedhe inbeenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kitaabni diiggamuu waan hin dandeenneef, worra dubbiin Rabbii dhufeef sanniiniin kitaabni woyyuun, ‹Isin waaqole'e› yoo isaaniin jedhe,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kitaabni diiggamuu waan hin dandeenneef, worra dubbiin Rabbii dhufeef sanniiniin kitaabni woyyuun, ‹Isin waaqota› yoo isaaniin jedhe,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa Kitaaba Qulqulluu diigu'uun hin danda'amu, dubbiin Waaqaa ka isaanii dhufe Kitaaba Qulqulluu, waaqota harkaan hojjataman jedhee eega isaan waame,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra jechi Waaqaa isaaniif dhufeen, ‹Isin waaqota› yoo jedhe, Barreeffam Woyyichi ka hin diiganne yoo te'e,