John 10:36 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
‘Ani Ilma Waaqaa ti’ waan jedheef, ana ka Abbaan na filatee gara biyya lafaa na ergeen, isin ‘Waaqa faanshessita’ attam jettan ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Na ammo Abba kiyyati na fohate lafati na erge, isani duuba maafi waan anini Ilma Waaqa ufiini jed'eefi, inni Waaqa arabsa naani jettani re?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Na ammoo Abbaa kiyyaatti na foohatee lafaatti na ergee, isan duuba maaf waan anin ilma Waaqaa ufiin jedheef, innii Waaqaa araabsa naan jettan ree?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Ani Ilma Rabbiiti› waan jedheef, isin ka Aabba woyyoomsee gara adunya'aa erge, ‹Rabbiin arrabsita› jettaniinii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
‹Ani Ilma Rabbii ti› waan jedheef, isin ka Aabba woyyoomsee gara adunya'aa erge, ‹Rabbiin arrabsita› jettaniinii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
eegaa ka Waaqinni Abbaan qulqulleessee fi gara biyya lafaa ka erge, ‹ani Ilma Waaqaati› waan jedhe, waayee maali'iitiif, Waaqa irraatti dubbii arrabaa dubbattee jirta jettaniin?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Ani Ilma Waaqaa ti› waan jedheef, ana ka Abbaan na filatee gara biyya lafaa na ergeen, isin ‹Waaqa faanshessita› attam jettan ree?