John 10:38 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoo ani huju te'e ammoo, anatti dhugeeffatuu dhaddanulle, Abbaan ana keessa, Anille Abbaa keessa akka jiru akka beettanuu fi akka hubatttanu, hujii tiyyatti dhugeeffadha'a” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo anini tolche, yo na d'ugefachu baatanile, huji suni d'ugefad'a; aka isani aka dansa hubatani baratani, aka abbaani na keesa jiru, ka anileeni abba keesa jiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo yo anin hojjadhe, yo na dhugeeffachuu baataniillee, hujii sun dhugeeffadhaa! Akkanaan akka abbaan na keessa jiru, aniilleen abbaa keessa jiru, akka dansaa hubattanii baraattanii” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo godhe ammo, anallee yoo amanuu dhabaattan, Aabba akka ana keessa, anillee akka Aabbaan keessa ta'e akka beettanii fi akka qaabattan hujii isaa amanaa'a.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoo godhe ammoo, anallee yoo amanuu dhabaattan, Abbaan akka ana keessa, anillee akka Abbaa keessa ta'e akka beettanii fi akka qaabattan, hujii isaa amanaa'a.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hujii Abbaa kiyyaa ka hojjadhu yoo ta'e garuu, yoma anatti'llee amanuu dhabaattan'llee hujii kiyyatti amanaa, bifa kanaan Waaqinni Abbaan ana keessa akka ta'ee fi ani'llee Waaqa Abbaa keessaan akka ta'e, midhaastanii ni beettan» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo ani huju te'e ammoo, natti dhugeeffatuu dhaddanulle, Abbaan na keessa, Anille Abbaa keessa akka jiru akka beettanuu fi akka hubattanu, hujii tiyyatti dhugeeffadha'a» isaaniin jedhe.