John 10:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan ammalle isa qabiisaaf barbaadane; inni ammoo isaan harkaa miliqe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro lameeso isa qabu fed'ani, ammo harka worraa duraa bahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo lameessoo isa qabu fedhanii, innii ammoo harka warraa duraa ba'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa ammallee deebi'anii isa qabuu barbaadan, inni ammo isaan jalaa miliqe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa ammalee deebi'anii isa qabuu barbaadan, inni ammoo isaan jalaa miliqe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee deebi'anii isa qabu'uuf ni barbaadan, inni garuu isaan harkaa bayee ni lixe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammalle isa qabiisaaf barbaadane; inni ammoo isaan harkaa miliqe.