John 10:41 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namooti hedduun gara isaa dhufane. Isaan, “Yohaannis bilbaasa tokkolle hin goone, ammoo marroo namicha kanaa wonni inni dubbate marti dhuga'a” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hedduuni gara isaa d'aqe waan jed'e, D'uguma Yohanani akheekha intolchine, ammo wonti Yohanani waan nama kana dubbate ch'ufti d'uga.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii hedduun gara isaa dhaqee, “Dhugumaa Yoh. aannis akeeka hintolchinee, ammoo wantii nama kanaa ka Yoh. aannis dubbate cuftii dhugaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni hedduu gara isaa dhufanii, «Yohaannis malkata tokkollee hin goone, haa ta'uu ammo wonti Yohaannis waan nama kanaa dubbate maruu dhuga'a» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni hedduu gara isaa dhufanii, «Yohaannisi malkata tokkollee hin goone, haata'uu ammoo Yohaannis waan nama kanaa wonti dubbate maruu dhuga'a» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni baayi'een gara isaa dhufanii, «Yohaannis baasa woyiituu hin taasfnne, garuu wonitti Yohaannis waayee nama kanaatiif dubbate marrinuu, dhugaa ture» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti hedduun gara isaa dhufane. Isaan, «Yohaannis bilbaasa tokkolle hin goone, ammoo marroo namicha kanaa wonni inni dubbate marti dhuga'a» jedhane.