John 10:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan qoonqoo ormaa waan hin beenneef, irraa baqatan malee, isa hin hordofanu” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Keessuma gula iyaatu, ammo ind'eeti, waan isiini qonqo keessuma imbeenneefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Keessumaa ammoo waan qoonqoo hinbeenneef gula hin yaatuu indheetti” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kaawwan irraa dheessan malee faanaa hin deeman waan laagaa isaanii hin beenneef.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kaawwan irraa dheessan malee, faanaa hin deeman waan laagaa isaanii hin beenneef.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qooniqqa bira'aa garuu waan hin beekinneef, isa irraa dheessan malee, hin horddofaniin.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan qoonqoo ormaa waan hin beenneef, irraa baqatan malee, isa hin hordofanu» jedhe.