John 10:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammalle, “Ani dhugaa isinitti hima: balbalti hoolotaa ana.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Yesoni ammalle waan worraani jed'e, D'uguma, waan anini isaniini jed'u, anini karra hooliyeeti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf Yesus ammallee warraan, “Anin dhuguma dhugaatiin isanitti himaa, anin karra hooliyyeeti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammallee akkana isaaniin jedhe, «Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, ani balbala hoolotaati.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammallee akkana isaaniin jedhe, «Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, ani balbala hoolotaa ti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Yesus deebi'ee akkana isaaniin ni jedhe, «Dhugaa isiniin jedha, ani balbala hoolotaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammalle, «Ani dhugaa isinitti hima: balbalti hoolotaa ana.