John 11:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi Alaazar jedhamu tokko, ka Bitaaniyaa keessa le'u dhibame. Bitaaniyaan qachaa Maariyaamii fi obboleettiin isi'ii Maartaan le'anu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami toko, ka Lazaro jed'ani, ka oboleyaani isaa ta dubra Mariamufi Martha, ka worri isaani Bethania fayyad'abe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii Alaazaar jedhan ka obboleeyyan isaa ta dubraa Maariyaamii fi Maartaa ka warrii isaanii Bitaaniyaa tokko fayyaadhabe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ganda Maariyaamiitii fi obboleettii isi'ii Maartaa Biitaaniyaa keessatti namni Alaazaar jedhamu tokko dhibamee ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ganda Maariyaamiitii fi obboleettii isi'ii Maartaa Biitaaniyaa keessatti namni Alaazaar jedhamu tokko dhibamee ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bitaaniyaa ka jiraatu nama Alaazaar jedhamu tokko dhukkubsatee jira ture, Bitaaniyaan Maariyaamii fi obboleettiin isi'ii Maaritaan ganda keessa jiraatan turtte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi Alaazar jedhamu tokko, ka Bitaaniyaa keessa le'u dhibame. Bitaaniyaan qachaa Maariyaamii fi obboleettiin isi'ii Maartaan le'anu.