John 11:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti isaa deebisanee, “Gootta'a, inni yoo rafee jiraate, hin fayya” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba jari isaa waan jed'eeni, Aabbo, yo rafe, inkaa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan jarii isaa, “Aabboo yo rafe hinka'a” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni isaa, «Gooftaa'a! yoo rafee jiraate hin dammaqa» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni isaa, «Gooftaa'a, yoo rafee jiraate hin fayya» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa'llee, «Yaa Gooftaa! Mugee yoo jiraate ammoo itti ni fura jechu'u» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti isaa deebisanee, «Gootta'a, inni yoo rafee jiraate, hin fayya» jedhane.