John 11:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus akka Alaazar du'eeru dubbatte; isaan ammoo marroo hirriibaa dubbate seyane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan duisa isaa baane, ammo worri hiriibuma sehe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus waan du'a isaa baanee, warrii ammoo hiriibuma sehe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus waan du'a Alaazaarii dubbate; isaan ammo waan hirriba rafu'uu waan dubbate isaanitti fakkaate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus waan du'a Alaazaarii dubbate, isaan ammoo waan hirriba rafu'uu dubbate isaanitti fakkaate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus kana ka dubbate waayee du'a Alaazaariitiif ture, isaan garuu waayee hirribaatiif waan dubbate isaanitti fakkaatee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus akka Alaazar du'eeru dubbatte; isaan ammoo marroo hirriibaa dubbate seyane.