John 11:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
ammoo akka isin dhugeeffattanuuf, ani achi waan hin jiraatiniif gammadeera. Amma ammoo ka'aa gara isaa dhandhaa!” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle ayyaana keesani, ka hojja suni anini achi injirre, aka isani d'ugefattani. Ammo beena, gara isaa nu yaasa jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Ammallee akka isan dhugeeffattan ka yo sun anin achi hinjirre, kaayoo teessan. Ammoo beennaa gara isaa nu yaasaa!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka amantaniif achi jiraachuu dhabuu kiyyaaf waan keessaniif na gammachiisa. Haa ta'uu ammo gara isaa haa deemnuu!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka amantaniif achi jiraachuu dhabuu kiyyaaf waan keessaniif na gammachiisa. Haata'uu ammoo gara isaa haa deemnuu!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
isin akka amanttaniif achi jiraachuu dhabuu kiyyaan, waayee keessaniif gammadee jira, amma garuu gara isaa haa deeminnuu» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ammoo akka isin dhugeeffattanuuf, ani achi waan hin jiraatiniif gammadeera. Amma ammoo ka'aa gara isaa dhandhaa!» isaaniin jedhe.