John 11:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus yennaa achi geye, Alaazar haga awwaalamee guyyaa afur akka te'e dhagge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni d'umnaani, aka Lazaroni haga guyya afuri awaala keesa bule d'agaye.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus dhumnaan, akka Alaazaar haga guyyaa afurii awwaala keessa bule dhagaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus hennaa dhufe Alaazaar du'ee boolla keessatti guyyaa afur akka ture arge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee hennaa dhufe boolla keessatti guyyaa afurii akka ture arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus yeroo achi gayetti Alaazaar eega awwaalamee guyyaa afurii ta'ee argate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus yennaa achi geye, Alaazar haga awwaalamee guyyaa afur akka te'e dhagge.