John 11:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudooti hedduun maarta'aa fi Maariyaam marroo du'a obboleessa isaaniitiif isaan jajjabeessiisaaf dhufaneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yahudiini hedduuni gara Marthatiifi gara Mariamu d'ufte aka maro lubbu oboleesa worraatiifi iraa hafaa jettuuni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yihudiin hedduun marroo lubbuu obboleessa warraatiif akka irraa hafaa jettuun gara Maartaatii fi gara Maariyaam dhufte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudota keessallee hedduun isaanii du'a obboleessa isaaniitiif Maarta'aa fi Maariyaamiin jajjabeessu'uuf isaan bira dhufan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yihuudota keessallee hedduun isaanii du'a obboleessa isaaniitiif Maarta'aa fi Maariyaamiin jajjabeessu'uuf isaan bira dhufan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Worra Yihudotaa keessaa'llee baayi'eewwan Maarita'aa fi Maariyaamiin waayee du'a obboleessa isaaniitii, isaan jajabeessu'uuf gara isaanii dhufanii ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti hedduun Maarta'aa fi Maariyaam marroo du'a obboleessa isaaniitiif isaan jajjabeessiisaaf dhufaneeran.