John 11:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maartaan dhufa Yesuusii yennaa dhageette, gad itti baate; Maariyaam ammoo manumatti hatte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Marthani aka Yesoni d'ufu jiru d'ageennaani, fuula keesa deemte; ammo Mariamuni manati hafte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maartaan akka Yesus dhufuu jiru dhageennaan, fuula keessa deemtee; Maariyaam manaatti hafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maartaan akka Yesuus dhufe haga dhageette isa reebbachu'uuf baate; Maariyaam ammo mana keessa teetteerti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maartaan akka Yesuus dhufe haga dhageette, isa reebbachu'uuf baate, Maariyaam ammoo mana keessa teetteerti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maaritaan dhufaatii Yesus yeroo dhageettetti isa simachu'uuf ni baate, Maariyaam garuu manatti hafittee turtte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maartaan dhufa Yesuusii yennaa dhageette, gad itti baate; Maariyaam ammoo manumatti hatte.