John 11:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo, ammalle waan ati gaafatte mara Waaqi akka sii kennu ani hin beeka” jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle ammatanale ani imbeekha, waan Waaqa kad'atu ch'ufa Waaqi sii kenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammumaallee ammoo akka waan Waaqaa kadhatu cufaa Waaqii sii kennu anin inbeeka” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee waan Rabbiin irraa kadhattu maraa akka Rabbi sii kennu hin beeka» jette.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammallee waan Rabbiin irraa kadhattu maraa Rabbi akka sii kennu hin beeka» jette.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu amma'llee waan kadhattu maraa Waaqinni akka siif kennu, ni beeka» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo, ammalle waan ati gaafatte mara Waaqi akka sii kennu ani hin beeka» jette.