John 11:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maartaan deebittee, “Guyyaa muumme'ee yennaa du'aa ka'iisaa, akka inni du'aa ka'u ani hin beeka” jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Marthani waan jetteeni, Anini imbeekha aka inni guyya kaisa muumme kau.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maartaan ammoo, “Akka innii guyyaa ka'iisa muummee ka'u anin inbeeka” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maartaanillee, «Gaafa dhumaa hennaa worri du'an du'aa ka'an, akka inni du'aa ka'u hin beeka» jetteen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maartaanillee, «Gaafa dhumaa hennaa worri du'an du'aa ka'an, akka inni du'aa ka'u hin beeka» jetteen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maaritaan'llee, «Guyyaa muumme'ee, yeroo du'aa ka'iinssaa titti du'aa akka ka'u, ni beeka» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maartaan deebittee, «Guyyaa muumme'ee yennaa du'aa ka'iisaa, akka inni du'aa ka'u ani hin beeka» jette.