John 11:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isiin, “Ee Gootta'a, ati Ilma Waaqaa, Masiihii gara biyya lafaa dhufaaru akka teete ani hin dhugeeffadha” jetteen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini waan jetteeni, Ee, Aabbo, aka atini Kristo, Ilma Waaqa, ka lafati d'ufu jed'ani, ani la d'ugefad'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isiin, “Ee'ee Aabboo, akka atin Kiristoo, ilma Waaqaa, ka lafaatti dhufu jedhan, anin la dhugeeffadhe” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiinillee, «Ee Gooftaa'a! ati Kiristoosii Ilma Rabbii ka gara adunyaa tanaa dhufu akka taate ani hin amana» jetteen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isiinillee, «Ee Gooftaa'a, ati ka gara adunyaa tanaa dhufu Kiristoosii Ilma Rabbii akka taate, ani hin amana» jetteen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isiin'llee, «Ee yaa Gooftaa! Ati gara biyya lafaa ka dhufttu Masihii Ilma Waaqaa ta'uu kee ni amana» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin, «Ee Gootta'a, ati Ilma Waaqaa, Masiihii gara biyya lafaa dhufaaru akka teete ani hin dhugeeffadha» jetteen.