John 11:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maartaan kana jetteen duuba, dhaxxee obboleettii ifii Maariyaam qofuu waantee, “Barsiisaan as jira, si'ille waamiisatti jira” jetteen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Marthani akasi jennaani deemte, oboleeti isii Mariamu laanuma yaamte waan jetteeni, Aabbo Yesoni arma jira, si yaamu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maartaan akkasi jettee deemtee, obbooleetti isii Maariyaam laanuma yaamtee “Aabboon arma jira, si yaamaa” jetteen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanuma jettee deemtee obboleettii ufii Maariyaamiin hojjatti waamtee, «barsiisaan dhufeera, si waama'aara» jetteen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanuma jettee deemtee obboleettii ufii Maariyaamiin hojjatti waamtee, «barsiisaan dhufeera, si waama'aara» jetteen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maaritaan kana eega dubbatteen duubatti deemtee obboleettii isi'ii maariyaamiin, «Barsiisaan dhufee jira, si'llee ni waama» jettee, dhosa'aan ni waamitteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maartaan kana jetteen duuba, dhaxxee obboleettii ifii Maariyaam qofuu waantee, «Barsiisaan as jira, si'ille waamiisatti jira» jetteen.