John 11:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maariyaamiin yennaa tana dhageette, ariifattee isa dhaggiisaaf kaatee baatee gara isa dhaxxe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini d'ageennaani hurrifte kaate gara isaa d'at'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maariyaam dhageennaan hurrichee kaatee gara isaa dhaxe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiinillee hennaa dhageette daddaftee gara isaa dhufte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isiinillee hennaa dhageette daddaftee gara isaa dhufte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maariyaam'llee kana yeroo dhageettetti dadafaan kaatee, gara isaa ni dhaxxe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maariyaamiin yennaa tana dhageette, ariifattee isa dhaggiisaaf kaatee baatee gara isa dhaxxe.