John 11:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleettoti Alaazarii: “Gootta'a, nami ati jaalattu dhibameera” jedhanee Yesuusitti ergane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani isaa nama Yesoti ergite waan jetteeni, Aabbo, ilaali, jaali kanke kaani fayyaaniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyan isaa nama Yesusiitti ergitee, “Aabboo! Kuunoo jaalii kankee kaan fayyaaniti.” jetteen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf intallan haadhaa Alaazaarii: «Gooftaa'a! Namni ati jaalattu dhibameera» jedhanii gara isaa ergan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf intallan haadhaa Alaazaarii: «Gooftaa'a! Namni ati jaalattu dhibameera» jedhanii gara isaa ergan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Obboleetiiwwan'llee, «Yaa Gooftaa, ka ati jaalattuun sun dhukkubsatee jira» jedhanii, gara Yesusii ni ergan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleettoti Alaazarii: «Gootta'a, nami ati jaalattu dhibameera» jedhanee Yesuusitti ergane.