John 11:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus adduma Maartaan isa itti dhaggite jiraayyu malee, yennaa san ollaa keessa hin seenneeyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni olla qara ingeenne, ammo fulluma Marthani iti agarte jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammallee ollaa hingeennee, ammoo fuluuma Maartaan itti argite jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee hulema Maartaan itti isa reebbatte jira; gara gandaa ammo hin seenne ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee hulema Maartaan itti isa reebbatte jira malee gara gandaatuu hin seenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo san Yesus bakkuma Maaritaan isa itti argatte ture malee, gara gandichaa hin aseenne ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus adduma Maartaan isa itti dhaggite jiraayyu malee, yennaa san ollaa keessa hin seenneeyyu.