John 11:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudooti isii jajjabeessiisaaf isii woliin mana keessa jiranu, yennaa Maariyaamiin ariifattee kaatee baatuun dhaggane, waan addee awwaalaa dhaxxee boottu seyanee, isii gula ka'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yahudiini ta isii woliini mana jirtu, ta isi jabeesitu, aka Mariamuni hurrifte baate arginaani isi gula yaate, waan isiini gara awaala deemte bootu seete.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yihudiin ta isii jajjabeessuuf mana keessa waliin jirtu, akka Maariyaam hurrichee baate arginaan, waan isiin gara awwaalaa deemtee boottu seetee isii gula yaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri isii jajjabeessu'uuf isii woliin mana keessa turan, Yihuudonni akka Maariyaam jarjartee kaatee baate argan; waan gara awwaalaa dhaxxee achitti booyu'uuf taatu seeyanii faanaa yaa'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri isii jajjabeessu'uuf isii woliin mana keessa turan, Yihuudonni akka Maariyaam jarjartee kaatee baate argan, waan gara awwaalaa dhaxxee achitti booyu'uuf taatu seeyanii faanaa yaa'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isii jajabeessu'uuf dhufanii mana keessa isii woliin Yihudonni turan, Maariyaami dadafaan kaatee yoo baatu arganii, gara awwaala Alaazaarii dhaxxee waan bootu isaanitti fakkaatee, ni horddofaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti isii jajjabeessiisaaf isii woliin mana keessa jiranu, yennaa Maariyaamiin ariifattee kaatee baatuun dhaggane, waan addee awwaalaa dhaxxee boottu seyanee, isii gula ka'ane.