John 11:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maariyaamiin addee Yesuus jiru geettee, akkuma isa dhaggiteen, miila isaatitti jiddee, “Gootta'a! Adoo ati as jiraattee, obboleessi kiyya silaa hin du'u” jetteen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Mariamuni fulla Yesoni jiru geennaani isa argite, miila isati jidde waan jetteeni, Aabbo, ato sila atini arma jiraate oboleesi kiyya induu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Maariyaam fulaa Yesus jiru geennaan isa argitee, miila isaaatti jiddee, “Aabboo, adoo silaa atin arma jiraatee obbooleessi kiyya hindu'u” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maariyaamillee hulee Yesuus jiru dhuftee argitee luka isaa jalatti kuftee, «Gooftaa kiyya! uduu ati as jiraattee obboleessi kiyya silaa hin du'u» jetteen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maariyaamillee hulee Yesuus jiru dhuftee argitee luka isaa jalatti kuftee, «Gooftaa kiyya, uduu ati as jiraattee obboleessi kiyya silaa hin du'u» jetteen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maariyaam'llee gara bakka Yesus ni jira turee dhufttee yeroo isa argitetti, miila isaa jalatti kuftteeti, «Yaa Gooftaa! Uduu ati as jiraateetii obboleessi kiyya hin du'uuyyu ture!» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maariyaam addee Yesuus jiru geettee, akkuma isa dhaggiteen, miila isaatitti jiddee, «Gootta'a! Adoo ati as jiraattee, obboleessi kiyya silaa hin du'u» jetteen.