John 11:36 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudooti, “Attam akka inni isa jaalate ilaala'a!” jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Yahudiini waan jette, Me ilaala, aka inni isa jaalate!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yihudiin, “Mee laalaa, akka innii isa jaalate!” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Yihuudonni, «Attam akka isa jaalatu laalaa'a!» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf Yihuudonni, «Attam akka isa jaalatu laalaa'a!» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Yihudonni, «Attamitti ni jaalataan akka ture laalaa» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti, «Attam akka inni isa jaalate ilaala'a!» jette.