John 11:37 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan keessaa gariin ammoo, “Inni nama ballaa fayyiseera, silaa akka Alaazar hin duune dhoogguu hin dande'uuyyuu?” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ka gari waan jed'e, Namichi kunini, ka ila balla kaani bane, sila dandae nama kana duu ind'owu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii garii ammoo, “Namichii kunin, ka ila nama ballaa bane, silaa danda'ee nama kana du'uu hindhowwuu?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaa gariin ammo, «Kun ka ija worra ijaan hin arginee bane, kanallee ammo akka hin duune godhuu hin danda'uu?» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan keessaa gariin ammoo, «Kun ka ija balla'aa bane, kanallee ammoo akka hin duune godhuu hin danda'uu?» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan keessaa tokko tokko garuu, «Ija jaama'aa ka fayyise, naminni kun akka hin duune taasisu'uuf hin danda'u turee ree?» ni jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa gariin ammoo, «Inni nama ballaa fayyiseera, silaa akka Alaazar hin duune dhoogguu hin dande'uuyyuu?» jedhane.