John 11:38 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammalle guddisee laaleffatee, gara boolla awwaalaa dhaqe. Boolli awwaalaa sun goda dhakaan afaan irra keyameeru.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni ammalle garaa ufi keesati guddo lalefate, fulla awaala d'aqe. Awaali suni goda, qara d'akha toko afaanti gangalchani ch'ufani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus ammallee garaa ufii keessatti guddoo laalefatee, fulaa awwaalaa dhaqe. Awwaalii sun godda, qaraa dhakaa tokko afaantii gangalchanii cufani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee uf keessatti gaddee gara awwaalaa dhufe. Huleen sun goda keessa dhaga'aan cufameera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee uf keessatti gaddee gara awwaalaa dhufe. Huleen sun goda keessa dhaga'aan cufameera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus haalaan gadda'aa gara awwaalaa ni dhaqe, awwaali'llee goda dhaga'aan cufame ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammalle guddisee laaleffatee, gara boolla awwaalaa dhaqe. Boolli awwaalaa sun goda dhakaan afaan irra keyameeru.