John 11:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus yennaa tana dhage'e, “Dhibeen tun, ulfinni Waaqaa akka mudhatuuf, Ilmi Waaqaalle akka ittiin ulfaatuuf teete malee, Alaazar du'ee akka hafuufii moti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yesoni akasi d'ageennaani waan jed'e, d'ukubi kunini ka duatiniti, ammo wonti woni kunini taateefi aka akasiini Waaqa guddisani ilmi isaaleeni guddinna argattu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo akkasi dhageennaan, “Dhukkubii kunin ka du'atiniti, ammoo wantii wannii kunin taateef akka akkasiin Waaqaa ulfeessaanii ilmii isaalleen ulfinna argatu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus dhagayee, «Dhibeen kun akka Ilmi Rabbii ittiin kabajjamuuf; kabajjaa Rabbiitiif malee ka ajjeesuu miti» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee dhagayee, «Dhibeen kun akka Ilmi Rabbii ittiin ulfaatuuf, ulfinna Rabbiitiif malee ka ajjeesuu miti» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee kana yeroo dhagayetti, «Dhukkubissanni kun du'aan ka gayuu miti, garuu ulfinna Waaqaatiif akka ta'uu fi Ilmi Waaqaa'llee waayee kanaan, akka kabajamuuf» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus yennaa tana dhage'e, «Dhibeen tun, ulfinni Waaqaa akka mudhatuuf, Ilmi Waaqaalle akka ittiin ulfaatuuf teete malee, Alaazar du'ee akka hafuufii moti» jedhe.