John 11:40 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus isi'iin, “Yoo dhugeeffatte ulfinna Waaqaa akka dhaggitu, ani sitti hin hinnee?” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Anini, Yo ati d'ugefatte, guddinna Waaqa inagarta siini injenne?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus, “Anin, atin yo dhugeeffatte, guddinna Waaqaa inagarta siin hinjennee?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee, «Uduu amantee ulfinna Rabbii akka argitu sitti hin himnee?» isi'iin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee, «Uduu amantee ulfinna Rabbii akka argitu sitti hin himnee?» isi'iin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Yoo amante ulfinna Waaqaa ni argita siin jedhee hin turree ree?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus isi'iin, «Yoo dhugeeffatte ulfinna Waaqaa akka dhaggitu, ani sitti hin hinnee?» jedhe.