John 11:43 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tana jedheen duuba, Yesuus, “Alaazar, as bayi!” jedhee qoonqoo guddo'oon waame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana jennaani inni qonqo olfud'ate lalabe, Lazaro, kooti, gabahi jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kana jennaan innii qoonqoo olfudhatee lallabee, “Alaazaar, koottii, gaba'i” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana jedhee laagaa gudda'aan «Alaazaar gara diidaa as bayi» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kana jedheeti laagaa gudda'aan Alaazaari gara diidaa as bayi jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus kana eega dubbateen duubatti, «Alaazaar! Koottuu bayi!» jedhee, qooniqqa ol aana'aan ni dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tana jedheen duuba, Yesuus, «Alaazar, as bayi!» jedhee qoonqoo guddo'oon waame.