John 11:45 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudoota gara Maariyaamii dhufaneeranu keessaa hedduun waan Yesuus huje dhagganee, isatti dhugeeffatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yahudiini hedduuni, ta Mariamu woliini d'ufte, ta waan inni tolche suni argite, isa d'ugefatte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yihudiin hedduun, ta Maariyaam waliin dhufte, ta waan innii tolche sun argite, isa dhugeeffatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf worra gara Maariyaamii dhufan keessaa waan Yesuus godhe haga argan Yihuudonni hedduu isatti amanan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf worra gara Maariyaamii dhufan keessaa waan Yesuus godhe haga argan Yihuudonni hedduu isatti amanan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maariyaamiin jajabeessu'uuf Yihudota dhufanii turan keessaa baayi'eewwan, waan inni raawwate arganii, Yesusitti ni amanan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudoota gara Maariyaamii dhufaneeranu keessaa hedduun waan Yesuus huje dhagganee, isatti dhugeeffatane.